Jump to content

Tundiraa

Wikipedia irraa
The printable version is no longer supported and may have rendering errors. Please update your browser bookmarks and please use the default browser print function instead.

Tundiraan hemisfeerii kaabaa keessatti kan argamu ta'e baayinaan bosona baddadaree oli ( sararran dagalee 600 ka ). Baayoomeen kun kan ittiin ibsamu : - Tempireechara 00C gadii fi waggaa keessaa yeroo baay’ee ifa xiqqaa qabu. Roobni bokkaa kan waggaa giddu galeessaan 25 cm . Cabbiin waggaa keessatti yeroo dheeraaf biyyee uwwisa

Tundra kan Saayibeeriyaa keessatti argamu