BBC News, Afaan Oromoo - Oduu
Isin hin darbiin
'Eenyuyyuu gateettii itti waraana biraa baatu hin qabu'- Ummata Tigraay
Amma waraana ture kanarraa hin dandamatiin kan jiran jiraattonni magaalaa guddoo naannichaa Maqalee, irra deebiin gara waraanaatti seenamaa laata jechuun yaaddoo qabu.
KALLATTIIN, Kaaba Maqdooniyaatti abidda mana shubbisaa halkaniitti mudateen 59 du'an
Qondaalonni Kaaba Maqdooniyaa akka jedhanitti balaa abiddaa kanaan yoo xiqqaate namoonni 59 du'uun alatti 155 kan caalan miidhamaniiru.
Kilaboonni Piriimer Liigii Ingilaand carraa dorgommiiwwan Awurooppaa qaban eenyu fa'i?
Nootiingihaam Foorast kilaba liigicha keessaa bu'uuf qarqara irra jirtu -goolii 4-2n mo'achuun carraa hirmaannaa dorgommiiwwan Awurooppaa keessatti qabaatu bal'ifateera.
Xiyyaar-samiin dhaabbata Elon Mask qorattota hawaa keessatti danqaman deebisuuf gara hawaa ergamte
Mankuraakuriin Space X qorattoota baati sagaliif hawaa keessa turan gara lafaatti deebisuuf ergamte
Viidiyoo, Itoophiyaafi Ertiraan waraanatti seenuu maluu?, Turtii 2,24
Dhiheenya keessa erga hariiroo cimaan Asmaraafi Finfinnee gidduu ture laafaa dhufee, walitti dhufeenyi Maqaleefi Asmaraa gidduutti uumamuunsaa dubbatamaa jira.
Ameerikaan Huutii Yaman irratti haleellaa qilleensaa bante
Ameerikaan Huutii Yaman irratti haleellaa qilleensaa bante, Gareen Finciltoota Huutiin deebii kennuuf dhaadate
Hambaan addunyaa 'Malkaa Qunxurree' maaliif maqaa qaama saalaa dhiiraan moggaafame?
Iddoon hambaa seenaa fi aadaa bara 1963 qoratamuu eegalus, UNESCO irratti kan galmaa'e garuu Hagayya 2024 ture.
Ammaan achi ambaasaaddarri Afrikaa Kibbaa UStti 'fudhatama hin qabu' - Minsitira dhimma alaa US
US ambaasaaddara Afrikaa Kibbaa biyyashee keessaa ari'aa jirti, Ministirri dhimma alaa Maarkoo Ruubiyoo ''nama jibbiinsa sanyii dantaa siyaasaaf fayyadamu,'' jechuun ibsan.
Puutiin dhugaa dhukaasa dhaabuuf qophiidha ammoo yeroo bitachaa jira?
Vilaadmiir Puutiin Raashiyaan waraanaa dhaabuudhaaf qophiidha jedhulleen, garuu ammoo wantoonni dursa xumuramuu qaban jiru jedha.
Guyyaan farra jibbiinsa Islaamaa maali? Maaltu raawwatama?
Dhaabbati Biyyoota Gamtoomanii waggaa waggaan Bitootessi 15 guyyaa jibbiinsaa fi sodaa amantii Islaamaa (Islamophobia) qolachuurratti hubannoo uumamu ta'ee akka oolu kan murteesse 2022.
'Gatii halluufi gibira hin kafalle jechuun mana jireenyaa nurratti saamsaa jiru' - Jiraattota magaalaa Jimmaa
Nama dhukkubsatee mana keessa ciisaa turee fi daa'imman mana keessa turan irratti duubaan balbala saamsuu dabalatee, tarkaanfiin garee milishaa fi Gaachana Sirnaatiin isaan irratti fudhatamaa jiru bubbuluu kan himan jiraattonni kunneen, adeemsichi mirga isaanii sarbaa akka jirus dabaluun dubbatu.
Iraan seera uffannaa hijaabaa hojiirra oolchuuf dirooniifi app fayyadamaa jirti
Iraan seera uffannaa rippabilika Islaamaa biyyattii hordofuu dubartoota didanirratti tarkaanfii fudhachuuf dirooniiwwaniifi dijitaal tekinooloojii [appilikeeshinii] mirga dhuunfaa namaa cabsan fayyadamaa jiraachuu Dhaabbanni Biyyoota Gamtoomanii (UN) beeksise.
BBC Afaan Oromoo Chaanaalii WhatsApp gubbaan hordofaa
Maaltu haasa'ama?
'Yeroo kamittiyyuu Itoophiyaa fi Ertiraa gidduutti waraanni banamuu danda'a'
Waraanni haaraan Itoophiyaa fi Ertiraa gidduutti kaanaan kaartaan biyyoota lameenii naannoo Gaanfa Afrikaa ni jijjiirama jedhan Letinaant Jeneraal Tsaadqaan Gabritinsaa'ee.
Sagalee, Oduu BBC Afaan Oromoo
20:49 EAT - 21:04 EAT
Artist Andu'aalam Gosaa du'a Qananiin shakkamee mana murtiitti dhihaate
Artist Andu'aalam Gosaa du'a kaadhimaa isaa Qananii Addunyaan shakkamee erga to'atamee guyyaa lama booda mana murtii dhihaate. Gaaffii wabii dhihaate manni murtii hin fudhanne.
Muddamni siyaasaa naannoo Tigraay keessatti ta'aa jiru maali?
Wal dhabdeen aanga'oota TPLF jidduutti mudatee baatiiwwaniif cimee itti fufee jira. Baatiiwwan dbrban keessa garee Dabratsiyoon Gabramikaa'el (Dr)n durfamu aangoo bulchiinsa yeroo naannichaa to'achuudhaaf tarkaanfiiwwan garaa garaa fudhataa tureera.
Abbaan Qananii waa'ee intala isaanii ijoollummaan duute maal jedhan?
Abbaan shamarree jalqaba torban kana magaalaa Finfinneetti duute, Qananii, intalakoof haqni akka argamuun barbaada jechuun dubbatan.
Dhimma suuraa MM Abiy maxxansanii waajjirrisaanii maaf dhiifama gaafate?
Ethiopia Check suurri appilii MM Abiy maxxansa Itophiyaatti kan omishame osoo hin taane bakka biraatii kan fudhataman ta'uu qorannoon mirkaneessuu beeksise.
Itoophiyaan akkamiin diroonii biyya keessatti oomishuu jalqabde?
Itoophiyaan diroonii waraanaafi tajaajila garagaraaf oolu dur alaa bitaa turte biyya keessatti oomishuu kan eegalte ''lola hambisuufi'' jedhan Ministirri Muummee Abiy Ahimad.
Wal gaarreffannaan Itoophiyaafi Ertiraa walitti bu'iinsatti ce'uu malaa?
Hariiroon Itoophiyaafi Ertiraa waggoota muraasa darban laafaa dhufe, booda kanarra ammoo waliin ooduurra ifatti gara wal himachuutti ce'eera. Maaltu itti aanuuf jira laata? Xinxaltoota haasofsiifneeraa, dhiyaadhaa.
Oduufi xiinxalli kallattiin akka isin bira gahuuf Chaanaalii WhatsApp BBC hordofaa
Amma karaa kanaan Oduuwwan Ammee ijoo, xiinxalaa fi odeessaalee adda addaa karaa BBC News Afaan Oromootiin kallattiidhaan WhatsApp keessan irratti argachuu dandeessu.
Warshaan meeshaa waraanaa Hoomachoo 'bireenii, isnaayiparii oomishuu eegale'
Itoophiyaan hanqina meeshaalee waraanaa ''rakkoo jabaa'' ture yeroo gabaabaa keessatti warshaa dhaabuun gabaa alaatti gurguruu eegalte jedhan Ministirri Muummee Abiy Ahimad.
Somaaliyaan gaaffii ulaa galaanaa Itoophiyaaf deebii kennuu dandeessii?
Itoophiyaan ammallee ulaa galaanatti ishee baasu argachuuf sochii 'karaa nagaa kamuu' taasisuu akka itti fuftu ibsiteetti.
Lammaa Magarsaa akkamiin siyaasaa, Itoophiyummaa 'suusiidha' jedhanirraa fagaatan?
Lammaa Magarsaa 'ummanni gooftaa' akka ta'e, Oromoon dinagdeedhaan moggeeffamaa bahe jabaachuu akka qabu, saamichi lafaa fi albuudaa akka dhaabbatu, gaaffiin uummanni gaafatu tartiibaan deebii akka argatuuf ifaajaniiru.
Walitti bu'iinsa
Ispoortii
Maanchister Yuunaayitid bara kana waancaa injifataa?
Maanchister Yuunaayitid dorgommii Awurooppaa Liigiin kilaba Ispeen Riyaal Soosedaad 4-1'n injifachuun gara nuusa xumuraatti darbe.
Waan Riyaal Maadirid mudate waaqatu beeka - Deegoo Simoonee
Riyaal Maadirid rukuttaa peenaaliitiidhaan Atileetikoo Maadirid mo'achuun nuusa xumuraaf darbe
Liiverpuul maaltu mudate, diraamaan Aanfiild akkamiin xumurame?
Liiverpuul galchii waliigalaa 1-1 PSG waliin xumuruun rukuttaa peenaaliitiidhaan mo'amee dorgommii Shaamoiyoonsi Liigii keessaa bahe.
'Taphattoonni Man Yunaayitid gariin kaffaltii ga'umsa isaanii ol ta'e argataa jiru'
Kilaba kubbaa miillaa guddicha Ingilaand, Maanchistar Yunaayitid, keessaa ga'ee kan qaban Sir Jim Raatkilif, taphattoonni kilabichaa gariin ''ga'umsa gaariirra hin jiran,'', kaan ammoo ''kaffaltii ga'umsaanii ol ta'e argataa jiru,'' jedhan.
PSG'n Liiverpuulitti dhaadateera, Dembeelee moo Saalaatu injifannoon gala?
Liiverpuul PSG injifachuuf gahumsa bara kana takkaa agarsiisee hin beekne agarsiisuu qaba jedhan leenjisaan Liiverpuul Arnee Isloot.
Arteettaan ammayyuu waancaa Piriimer Liigii baranaa mo'achuu irraa abdii hin kutannee?
Arsenaal Maanchister Yuunaayitid waliin qixa xumuruu isaan abdii waancaa Piriimer Liigiif qabu jalaa happataa dhufe. Arteettaan tapha kana mo'achuu dadhabuun keenya nu mufachiiseera jedhe.
Liivarpuul qabxii 15'n caalee waancaa abdatu sadii keessaa tokkotti dhihaate
Fiixee gabatee Piriimer Liigiirra kan jiru Liivarpuul kilaba dhumarra jirtu Saawuzhampitan kan qabxii 58’n caalu morkatee injifachuun dursa isaa cimsate.
Naa'oomii Girmaa maaliif qalbii addunyaa akkas hawwatte?
Taphattooni sarara ittisaa hammam cimaniyyuu yeroo baay'ee qalbii namoota hedduu hin booji'an. Kan Naa'oomii Girmaa garuu adda.
Maanchister Yuunaayitid v Arsenaal- Tarii yeroo sirrii Arsenaal haloo 8-2 itti bahatudhaa?
Taphni Maanchister Yuunaayitidii fi Arsenaal gidduutti Dilbata dhufu gaggeeffamu haalaan eegama.
Liiverpuul taphaan salphatee akkamiin injifannoon gale?
Liiverpuul tapha Shaampiyoonsi Liigii baay'ee caalamee fi yaalii gara galchiitti osoo hin taasisiin daqiiqonni 90 xumuramuu gahan irratti injifannoon deebi'uun waan raajii ture.
Arsenaal galchii Chaampiyoonsi Liigii keessatti rikardii ta'een qe'ee PSVtti gammachuu dhuunfate
Arsenaal goolii hedduu seenaa Chaampiyoonsi Liigii keessatti rikordii ta'een PSV mo'ate. Riyaal Maadriid fi Aston Viilaanis milkaa'aniiru.